Buzzer Coin$0.00$BUZZER
@basketball_fan@basketball_fan
Search

🚨 𝗕π—₯π—˜π—”π—žπ—œπ—‘π—š: Darwin Nunez Gara Liverpoolitti Deebi’uufi. Oduun amansiisaan ba’e akka agarsiisutti, tattaaffiin Darwin Nunez gara Anfielditti deebisuuf godhamu ariitii argateera. πŸ”΄ Maddi oduu Liverpool keessatti baay’ee amanamu π—£π—”π—¨π—Ÿ π—π—’π—¬π—–π—˜ (The Times), miidhaa cimaa Hugo Ekitike mudateen booda, leenjisaan Arne Slot Darwin Nunez deebisanii fiduuf fedhii guddaa akka qaban gabaaseera. πŸ”΄ 𝗬𝗔𝗛𝗒𝗒 𝗦𝗣𝗒π—₯𝗧𝗦: Miidiyaan kunis "Nunez gara Liverpoolitti deebi'uuf balbalti banameera" jechuun gabaasni bal'aan akka jiru mirkaneesseera. πŸ”΄ π—§π—˜π—”π—§π—”π—Ÿπ—ž & π— π—œπ—₯π—₯𝗒π—₯: Miidiyaaleen kunniin immoo Nunez Al-Hilal keessatti Karim Benzema'n waan dhufeef tapha liigii irraa ala ta'uu isaa (unregistered) fi kanaan kan ka'e gara Awurooppaatti deebi'uuf akka fedhu gabaasaniiru. πŸ”΄ π—Ÿπ—œπ—©π—˜π—₯π—£π—’π—’π—Ÿ π—˜π—–π—›π—’: Maddi oduu kunis Darwin Nunez Sa'udii keessatti "nightmare" (mudannoo gadhee) keessa akka jiru fi gara Premier League-tti deebi'uuf akka karoorfate caqaseera. π—˜π—¦π—£π—‘ (π—©π—œπ—” 𝗔𝗨𝗙 𝗧𝗩): Nunez kallaattiin miidiyaa biyya isaa irratti "Fanoota Liverpool nan yaada" jechuun dubbachuu isaa gabaasaniiru. Deeggartoonni Liverpool hoo maal jettu? Odeeffannoo Ispoortii waqtaawaa ta'an argachuuf Toora fuula Feesbuukii Oro Ssm Liivarpuul follow gochuun nu hordofaa ✍️ #DarwinNunez #LFC #LiverpoolFC #TransferNews #PaulJoyce #Premier [MENTION=USER#748834b8-3091-7035-1622-e4b46c5a941c#fatahiisiraj] [MENTION=USER#74a8f438-f041-70fd-a854-3c30681155f0#ochejoe391] [MENTION=USER#94189418-40a1-703a-57c7-694034a61ccd#mdmasud2526161] [MENTION=USER#e4788438-80b1-707f-0472-19de43d4b55e#kingmezo] [MENTION=USER#f418d438-2031-7027-f7b0-b96cca4ffa0a#jalaat] [MENTION=USER#f4584448-8031-706f-63fd-482bf5ab586a#sbenaji496] [MENTION=USER#f4588438-0071-70e7-8b05-4cdc5e4d994f#jwfanclub] [MENTION=USER#147834b8-d011-70e1-1499-2963764520fb#nesriyaabu] [MENTION=USER#2448e498-e061-706b-8143-c30e8b5ff426#alfaakabiraafarmer] [MENTION=USER#24882468-7071-704a-7395-73c314c33b17#momesports] [MENTION=USER#24f83458-c051-7064-3c08-c549edd2f8c7#ckayonyemerekeya] [MENTION=USER#441844b8-3061-704a-ac35-0989b53095ef#ismail97] [MENTION=USER#4448f4e8-30d1-70d2-e86a-5995ba15a23f#spanter] [MENTION=USER#44588408-2031-70c7-6a8d-72680eca80bc#smarter] [MENTION=USER#4488c4c8-70a1-70b0-2656-4fed131b961f#sofianedjema] #buzzer #viral #fyp #sports #Daily #foryou #basketball #trending #soccer #Game #arsenal #tshepihustlemom #ronaldo #MMA #melke12

basketball_fan

5 months ago

Post by Basketball Basketball: 🚨 𝗕π—₯π—˜π—”π—žπ—œπ—‘π—š: Darwin Nunez Gara Liverpoolitti Deebi’uufi. Oduun amansiisaan ba’e akka agarsiisutti,...
Like icon
3
Comments icon 2
Shares icon 30

From