abdulrahmen 7 months ago✅ Maanchistar Siitiin taphoota 8'n darbaniin hin injifatamne 7 injifate 1 immoo qixaan
abdulrahmen 7 months ago✅ Liverpuul torbee dhufu kessaa Kaartiis Joones waliin dhimmaa kontiraata haaraa irratti haasaa akka eegalu himame jira Liverpuul gahumsa taphatichaan gammaddaa yoo ta'u Kaartiis Joonesis Liverpuul kessaa turu akka barbaadu himameera @Abdurahaman29